We provide Fayyaan Qabeenyaa online (apkid: com.helmika.tena.oromiffa) in order to run this application in our online Android emulator.
Description:

Run this app named Fayyaan Qabeenyaa using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.
Appilikeeshiniin Fayyaan Qabeenya Jedhu, Odeeffannoowwan Fayyaa Wal hormaataa, Fayyaa Haadhoolii fi Daaimmanii of keessaa qaba.
Kan qophgaaees, Maatiiwwan Reefu wal fuudhan, Haadhoolii Ulfaa fi Daaimma Umrii 5 gadii qabanif.
Ergaan of keessaa qabus Itti fayyadamuuf akka salphatuuf Sagalee fi Barreeffamaan qophaaeera.
Appilikeeshiniin kun Tajaajiloota kanneen akka; - Hordoffii dahumsa duraa fi Dahumsaan boodaa akka hordofan, Buufata fayyaatti akka dahan, Maatiiwwanis, Daaimman kichuun fi Daaimman isaanii yeroo dhukkubsatan gara Buufata fayyaa akka geessan ergaa taasisu of keessaa qaba.
Abbootii warraatiifis Daaimman kunuunsuu fi Deeggarsoota barbaachisuu Haadha warraa isaaniitiif akka godhan ni jajjabeessa.
Haati Ulfaa takka yeroo itti deessu, Guyyoota Hordoffii Dahumsa Duraa fi boodaa, Safartuu Guddina Sirrii Daaima isaanii ittiin shallaguuf ni gargaara.

MyAndroid is not a downloader online for Fayyaan Qabeenyaa. It only allows to test online Fayyaan Qabeenyaa with apkid com.helmika.tena.oromiffa. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Fayyaan Qabeenyaa online.
©2025. MyAndroid. All Rights Reserved.
By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.