We provide Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa online (apkid: com.ethiomapps.afanoromoquiz) in order to run this application in our online Android emulator.
Description:

Run this app named Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa using MyAndroid.
You can do it using our Android online emulator.
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii.
Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin haafu.
Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha.
Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa.
Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.

MyAndroid is not a downloader online for Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa. It only allows to test online Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa with apkid com.ethiomapps.afanoromoquiz. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa online.
©2025. MyAndroid. All Rights Reserved.
By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.