We provide Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo online (apkid: apple.org.waktola.merdassa.macaafaqulqulluu) in order to run this application in our online Android emulator.


Description:

iPhone app Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo download it using MyAndroid.

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin gaee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe.
Hara namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr.
Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa

[email protected]

Amajji, 2020,

MyAndroid is not a downloader online for Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo. It only allows to test online Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo with apkid apple.org.waktola.merdassa.macaafaqulqulluu. MyAndroid provides the official Google Play Store to run Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo online.

Page navigation:

©2025. MyAndroid. All Rights Reserved.

By OffiDocs Group OU – Registry code: 1609791 -VAT number: EE102345621.